LibreOfficeDev 7.4 Help
Himannoo diraa ykn lakkoofsaa kamuu itergaa dheeratti geeddari.
CLng (Expression)
Long
Himannoo: Himannoo lakkoofsa kamuu kan geeddaruu barbaaddu.Yoo Himannoo itergaa dheeraa gitaa'aa gidduu -2.147.483.648 fi 2.147.483.647 'n ala oole,LibreOfficeDev Basic dogongara guutinsa darbaa deebisa.Himannoo diraa geeddaruuf,lakkoofsi dirqama akka barruu baratamaa ("123.5") tti gala, dhangii lakkoofsa durtii sirna dalagaa kee fayyadamuun.
Faankishiiniin kun yeroo hunda qaama lakkoofsa entaa itergaa itti dhihaatutti siksa.