LibreOffice 7.1 Help
Kasaalee kuusdeetaa dBASE akka qindeessituuf si gargaara. kasaan akka hatattamaan kuusdeetaa argachuu dandeessuuf si gargaara, yoo deetaa filannoo ati gaafattu gara kasaan ta'ee dha. Yeroo gabatee saxaaxxu, fuula caancala Kasaalee jedhu irratti uumuu dandeessa.
Gabatee kuusdeetaa kasaa gochuu barbaadde fila.
Kasaalee ammaa gabatee kuusdeetaa filameef tarreessa. Kasaalee tarree keessa haquuf, kasaalee cuqaasi, fi xiyya mirgaa cuqaasi.
Lists the available indexes that you can assign to a table. To assign an index to a selected table, click the left arrow icon. The left double arrow assigns all available indexes.
Kasaa filame gara tarree Kasaalee Gabatee tti siqsa.
Kasaa birmaduu hunda filame gara tarree Kasaalee Gabatee tti siqsa.
Kasaalee gabatee filaman gara tarree Birmaduu Kasaalee tti siqsa.
Kasaalee gabatee hundaasa gara tarree Birmaduu Kasaalee siqsa.